SHAME For Prosperity Party π Kuno Jaarti nama Walin
Shame for prosperity Party Kuno Jaarti nama Waliin Sagaagalu jabeeysani jiru Kun Salphina guddaa, Kanaaf #divorce Buulti diigun heddumate biyyaa kanati Tiitisa irraa DAMMA hin Egan πππππ Badhaadhina Kunooti Hojata Mootummaa hunda isaa laalaaππ Motummaan qixa sirriin tarkaanfii irratti fudhachuu qaba. Jarri Kun waan baay'eerratti dhiibbaa godhan; ✅Hojii motummaa irratti gufuu guddaa ta'aniiru ✅Safuu fi Aadaa Ummata balleessaniiru ✅Maqaa Paartii Badhaadhinaa xiqqeessaaniru ✅Da'imman isaanii irratti dhiibbaa xiin-sammuu Uumaniiru ✅Da'imman isaanii akka freedom qabaatanii hawwaasa keessa hin deemne godhaniiru. ✅Maammaltummaa fi loogii oolanaa hojjataniiru ✅Aadaa warra Faranjii biyyaatti nu galchaniiru ✅Vidiyoo waraabanii public godhanii Ummata Itoophiyaa guutuu maqaa balleessaniiru ✅jaartii Namaa ykn Jaarsa namaa waliin waan ciisaaniif ma...

Comments