Gowwaan hin dhalatin Dhalatus hin gudddatin πŸ‘€πŸ˜‚πŸ˜œπŸ˜

Gowwaan Kan Akka Leelisaa‼️
Hin Dhalatin;
Dhalatu, Hin Guddatin;
Guddatu, Hin Badhaadhin.

“Bara Quufaa; 
Harreetu Dhudhuufaa” 
Jeedha Yammuu Oromoon Makmaaku.

Warri FARSEE BULAA Maalo Dhufuu Wadala Harree Keessan Kana Nurraa Dhaabaa‼️ Kan Amma Nama Nagaa Ajjeesuuf Yaaluu Kun, Boru Immoo Isininiis Hin Dhisuu‼️

Comments

Popular posts from this blog

SHAME For Prosperity Party 😜 Kuno Jaarti nama Walin