SHAME For Prosperity Party 😜 Kuno Jaarti nama Walin

 

Shame for prosperity Party Kuno Jaarti nama Waliin Sagaagalu jabeeysani jiru Kun Salphina guddaa, Kanaaf #divorce Buulti diigun heddumate biyyaa kanati Tiitisa irraa DAMMA hin Egan πŸ˜‚πŸ˜œπŸ˜πŸ‘€πŸ˜œ Badhaadhina Kunooti


                          Hojata Mootummaa hunda isaa laalaaπŸ‘ŒπŸ˜Ž


Motummaan qixa sirriin tarkaanfii irratti fudhachuu qaba. Jarri Kun waan baay'eerratti dhiibbaa godhan;


✅Hojii motummaa irratti gufuu guddaa ta'aniiru

✅Safuu fi Aadaa Ummata balleessaniiru 

✅Maqaa Paartii Badhaadhinaa xiqqeessaaniru

✅Da'imman isaanii irratti dhiibbaa xiin-sammuu Uumaniiru 

✅Da'imman isaanii akka freedom qabaatanii hawwaasa keessa hin deemne godhaniiru. 

✅Maammaltummaa fi loogii oolanaa hojjataniiru 

✅Aadaa warra Faranjii biyyaatti nu galchaniiru 

✅Vidiyoo waraabanii public godhanii Ummata Itoophiyaa guutuu maqaa balleessaniiru 

✅jaartii Namaa ykn Jaarsa namaa waliin waan ciisaaniif maatii diigaaniru 

✅Abbaa manaa Ykn Haadha manaa xiin-sammuun miidhaaniiru 

✅Kabajaa Hojii Motummaa gad-buusaniiru 

✅Aangoo daangaa alaa Fayyadamaniiru

✅Abbaa warra fi haadha warra hojii motummaa hojjaatan jidduutti wal shakkii Uumaniiru 

✅Vidiyoo waraabanii public godhanii hawaasa jeequ fi miidhuu danda'aaniiru.










<script async src="https://pagead2.googlesyndication.com/pagead/js/adsbygoogle.js?client=ca-pub-9485132943982675"

     crossorigin="anonymous"></script>

<ins class="adsbygoogle"

     style="display:block; text-align:center;"

     data-ad-layout="in-article"

     data-ad-format="fluid"

     data-ad-client="ca-pub-9485132943982675"

     data-ad-slot="5722988865"></ins>

<script>

     (adsbygoogle = window.adsbygoogle || []).push({});

</script>

✅Miira Keessa nu galchanii nu Miidhaniiru 


✅Hojii Waaqni hin jaalanne hojjatanii waaqa dallansiisaniiru


➡️Kun hangam dhaloota fi hawaasa irratti dhiibbaa hangam akka qabu tilmaamuun nama rakkisu. Akka Kiyyatti Genocide dhaloota Irratti fudhatame dha. Kanaf Motummaan waan isaaniif maluun Itti Gaafachiisuu qaba!



Comments

Popular posts from this blog