Gowwaan Kan Akka Leelisaa‼️ Hin Dhalatin; Dhalatu, Hin Guddatin; Guddatu, Hin Badhaadhin. “Bara Quufaa; Harreetu Dhudhuufaa” Jeedha Yammuu Oromoon Makmaaku. Warri FARSEE BULAA Maalo Dhufuu Wadala Harree Keessan Kana Nurraa Dhaabaa‼️ Kan Amma Nama Nagaa Ajjeesuuf Yaaluu Kun, Boru Immoo Isininiis Hin Dhisuu‼️
Comments