The End of True Love Hurts Your Soul


 Fayyaa kee kalleessa Rabbiin siif ha deebisuu  May Allah restore your health to yesterday  
 The matter is strong love our brother This is a Somali girl who were in love one day they had a fight with suspicion and she poured very hot oil on his face while he was sleeping out of jealousy but now he forgiven the girl for doing this 
 Know he awaiting an appointment for facial surgery soon and he said I pray that I will return to my health 
 Say healed and wish  good health for thanks. The End of True Love is not more good as its Name

Dubiin jaalala cimaadha obbolleessi kenyaa Kuni intalla soomalee kan wal jaalatani turan guyya tokko  shakki dhan wal dhabanii  ishenis inaafa irra kan ka'e osoon rafuu zayitii baay'ee ho'aa fuulaa kotii naqxee garu Amma intalaa akkas na goote kanaaf dhifama godhefii jiraa sababni isa namni dhifama namaf godhu goofta biraati jaalatamadha waan ta'ef isheedhaf dhifama godhera

Anii moo yeroo dhiyooti fuula  kiyyaa baqaqqsiin hodhuuf waanan beellama eggacha jiruuf  fayyaa kooti akka debi'u naaf kadhadha jedhe 

Fayyii jedhii darbii



Comments

Popular posts from this blog

SHAME For Prosperity Party 😜 Kuno Jaarti nama Walin